AKKAM NA JAALLATTA | Bikila Kebede | Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa 2026

#Akkamnajaallatta
#faarfannaa_afaan_oromoo
#oromogospelsongs

Cubbuun karaa addaam seenee nu gabroomsee sitti addaan nu baase
Iddoo Gaarii Sanaa Gowwoomsaan seexanaa fuudhee achii nu baase
Abbaa wajjin qixa isa si taasise ulfinakee homattuu hin lakkoofne
Samii irraa gad buute, hoolaa araaraa taate, nuyi dhiigaan firoomne

Anaaf ati orma taanee turre dhiigaan araaramne
Anaaf ati gargar baanee turre Yesusiin araaramne

Akkam na jaallatta anaani anaaf ulfina kee kan dhiiste
Naaf birmatteem ariifattee Arfii du’aa duwwaa goote
Safuu safuudha araarakeef Cubbamaaf laatte mirgakee
Geeddarteetta argama koo Maal Maal dinqiidha araarri kee

Si’oolitti gadi buute mootummaa du’aa onsite
Waanjoo siif hin Malle baattee fayyina koof karaa taate
Dinqiin kana caale hin jiru fayyinni koo faayaa kooti dhiiga kee dhiiga qulqulluu naaf lolaafte fannoo irratti

Xoofoo dhangaggaa’aa dhugdee fiixaan baaste fayyina koo
Abbaa fooniif dhiigaan miti sitti waamama eenyummaan koo
Dhagna haaraa uffadheeni si wajjiinan du’aa ka’e
Maafan maqaa kee hin faarfadhu cubbamaatu Luba ta’e

Ahaa ahaa Maal jedhee deebisu
Ahaa ahaa kan kee nan teessisu
Ahaa ahaa rakkoo isa na raase
Ahaa ahaa sitoo narraa kaase

Oolmaa kee fannoo gubbaa sana
Yemmuu teessee erregdu lubbuun koo
Qaraaniyoo irra naaf ooluun kee
Naaf ta’e bu’ura fayyuu koo

Ulfina koo gateen si faarsa
Fuula kee duratti gad jedhee
Waanjoo du’aa narraa cabsite
Ulfina guddaan sirraa argadhe Receive SMS online on sms24.me

TubeReader video aggregator is a website that collects and organizes online videos from the YouTube source. Video aggregation is done for different purposes, and TubeReader take different approaches to achieve their purpose.

Our try to collect videos of high quality or interest for visitors to view; the collection may be made by editors or may be based on community votes.

Another method is to base the collection on those videos most viewed, either at the aggregator site or at various popular video hosting sites.

TubeReader site exists to allow users to collect their own sets of videos, for personal use as well as for browsing and viewing by others; TubeReader can develop online communities around video sharing.

Our site allow users to create a personalized video playlist, for personal use as well as for browsing and viewing by others.

@YouTubeReaderBot allows you to subscribe to Youtube channels.

By using @YouTubeReaderBot Bot you agree with YouTube Terms of Service.

Use the @YouTubeReaderBot telegram bot to be the first to be notified when new videos are released on your favorite channels.

Look for new videos or channels and share them with your friends.

You can start using our bot from this video, subscribe now to AKKAM NA JAALLATTA | Bikila Kebede | Faarfannaa Afaan Oromoo Haaraa 2026

What is YouTube?

YouTube is a free video sharing website that makes it easy to watch online videos. You can even create and upload your own videos to share with others. Originally created in 2005, YouTube is now one of the most popular sites on the Web, with visitors watching around 6 billion hours of video every month.