Birhanu Bekele - Irra nu deemsisa - faarfannaa__Afaan _Oromoo_Haaraa_2026 (official music video )

#irra_nu_deemsisa
new_oromo_song_2026
#faarfannaahaaraa
#Birhanu_Bekele
#Hirphaa_Baahiruu
#Zelalem_Legese
#oromosongs
#faarsaa_afaan_oromoo_haaraa

Karaa Diina Keennaan jechi nama miidhu
hedduun jedhameera
Worri waaqi gargaare hardha dhaqqabeera
Siree irraa hin ka'anu achumatti hafani hedduun jedhameera
Worri waaqi gargaare hardha dhaqqabeera
Tola nu nyaatiisaaf dinni Keenna nu faana rukkisa
Ijoollee waaqayyo eentu itti cuqqisaa
Fedhii nu nyaatiisa diinni Keenna nu gula rukkisaa
Ilmee Abbaa qabdu eentu itti cuqqisa.

Ka nuuti itti irkanne waaquma
Nu adhii hin sodaannu ijjumaa.
Ka nuuti itti irkanne waaquma
Nu dhibee hin sodaannu ijjumaa.
Ganna NAMI hin beenne GANAA nu leesisaa
Falfaltuu irra nu deemsisa.
Eebba NAMI hin bennee GANAA nu eebbisaa
Falfaltuu irra nu deemsisa.
Irra nu deemsisa *3
Yesuusi Kenna
Irra nu deemsisa *2
(1)
Karoora baasan diinoleen teenna yennaa nu dhufanii
Waaqa nu woliin jiraa eessaa nu miidhanii.
Ulaagaa tumanii karoora baasanii dinolleen teenna yennaa nu dhufanii
Yesoon nu woliin jiraa eessaa nu miidhani.
Waaqi ijoollee ifii bobaa ifiitti qabee
waan dadansaa tolchaa
Diina isaan gaadu karoora irraa diigee
harka duwwaa galcha.
Waaqi ijoollee ifii bobaa ifiitti qabee
Waan dadansaa tolchaa
Diina isaan gaadu mataa bilinjeessee
Harka duwwaa galcha.
Harka duwwaa galchaa
Diina nu gaadu harka duwwaa galchaa *3

(2)
Tuulantee tuulantee rakkoon nu duratti yoo fakkaatte tarbaa
ijjii sodaa hin qannuu waaqa nu irraa darbaa.
Guddattee guddattee rakkoon nu duratti yoo fakkaatte tarbaa
Ijjii sodaa hin qannuu waaqa nu irraa darbaa
Akka nuuti hin banne dhihaafi ganama
nu bira dhaabbataa
Woraana diinaatin wonni du'uu dhanne
Waaqa nu jaallataa.
Akka nuuti hin banne dhihaafi ganama
Nu bira dhaabbataa
Qolaa diinotaatiin wonni cabuu dhanne
Waaqa nu jaallataa
Waaqa nu jaallataa *4

(3)
Du'anuuti jedhaa ibidda gabbatu gaafa nu gatani
Reebuu teenna dhufee yesuusi jabaani
Badanuuti jedhaa ibidda gabbatu gaafa nu gatani
Reebuu teenna dhufee yesuusi jabaani.
Nu waaqa dhagginee gammadaa burraadhe ibidda keessaa
Yaadi diinni yaade ilmaan waaqa hin tuqu diinuma balleessa.
Nu waaqa dhagginee gammadaa dedeenne ibidda keessaa
Yaadi diinni yaade ilmaan waaqa hin tuqu diinuma balleessa.
Diinuma balleessa
Nutta hin goruu diinuma balleessa
Diinuma balleessa
Nu hin argattu diinuma balleessa Receive SMS online on sms24.me

TubeReader video aggregator is a website that collects and organizes online videos from the YouTube source. Video aggregation is done for different purposes, and TubeReader take different approaches to achieve their purpose.

Our try to collect videos of high quality or interest for visitors to view; the collection may be made by editors or may be based on community votes.

Another method is to base the collection on those videos most viewed, either at the aggregator site or at various popular video hosting sites.

TubeReader site exists to allow users to collect their own sets of videos, for personal use as well as for browsing and viewing by others; TubeReader can develop online communities around video sharing.

Our site allow users to create a personalized video playlist, for personal use as well as for browsing and viewing by others.

@YouTubeReaderBot allows you to subscribe to Youtube channels.

By using @YouTubeReaderBot Bot you agree with YouTube Terms of Service.

Use the @YouTubeReaderBot telegram bot to be the first to be notified when new videos are released on your favorite channels.

Look for new videos or channels and share them with your friends.

You can start using our bot from this video, subscribe now to Birhanu Bekele - Irra nu deemsisa - faarfannaa__Afaan _Oromoo_Haaraa_2026 (official music video )

What is YouTube?

YouTube is a free video sharing website that makes it easy to watch online videos. You can even create and upload your own videos to share with others. Originally created in 2005, YouTube is now one of the most popular sites on the Web, with visitors watching around 6 billion hours of video every month.